ፊልጵስዩስ 4:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ክርስቶስ ዬሱሲን ቁልቁሎተ ሁንደት ነጋ ናፍ ህማ። ኦቦሎትን ነ ወጅን ጅረንስ ነጋ እስኒ ዻሙ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Warra Waaqayyoof qulqullaa'an adduma addaan, Kristos Yesusitti nagaa anaaf gaafadhaa! Obboloonni anaa wajjin jiran nagaa isiniif dhaamu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Kiristoos Yesuusiin qulqulloota hundatti nagaa naa himaa. Obboloonni na wajjin jiranis nagaa isinii dhaamu. Sien die hoofstuk |