ፊልጵስዩስ 3:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አን ዸለዼ ጉያ ሰዴተፋን ዸግነ ቀበዼ፤ ሰኚ እስራኤል ኬሳስ ጎሰ ቤንያምራ ዸለዼ፤ ወረ እብሮታ ኬሳስ እብርቸ ቶኮዸ፤ አከ ሴራትስ አን ፈሪሶተ ኬሳ ቶኮዸ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Dhaladhee gaafa saddeetaffaan dhagna qabadhe; sanyii Israa'el, gosa Benyaamiin keessaan dhaladhe. Abbaan koo fi haati koo Ibroota waan ta'aniifis ani Ibricha makaa hin qabnee dha; karaa seera eeguu immoo ani warra Fariisotaa keessaa tokko*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Ani dhaladhee guyyaa saddeettaffaattin dhagna qabadhe; sanyii Israaʼel keessaas gosa Beniyaam irraa dhaladhe; warra Ibrootaa keessaas Ibricha tokkoo dha; akka seeraattis ani Fariisota keessaa tokko dha; Sien die hoofstuk |