ፊልጵስዩስ 3:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ሰበቢንሳ ኑ ወር ሀፉረ ዋቃቲን ዋቄፈትኑ፣ ወር ክርስቶስ ዬሱሲን ኦፍ ጀጅኑፊ ወር ፎን ህንአመነኔ ዸግነ ቀበትኔራቲ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Nuyi garuu dhagna-qabaa isa dhugaa arganneerra; isa kan foonii amanachuu dhiifnee, Kristos Yesusiin of in jajna, hafuuraanis Waaqayyoof in hojjenna*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Sababiin isaa nu warri Hafuura Waaqaatiin waaqeffannu, warri Kiristoos Yesuusiin of jajnuu fi warri foon hin amananne dhagna qabanneerraatii; Sien die hoofstuk |