ፊልጵስዩስ 3:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 በዻሰ ዋቅን ክርስቶስ ዬሱሲን ኦል ሰሚት እት ነ ዋሜ ሰነ አርገቹፍ ገረ ካዮ ሰናት ነንፊገ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Akeeka sana bira ga'ee gonfoo warra mo'anii argachuudhaaf nan kaadha; gonfoon warra mo'anii kunis waamicha isa Waaqayyo karaa Kristos Yesus itti ol nu waamee dha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 badhaasa Waaqni Kiristoos Yesuusiin ol samiitti itti na waame sana argachuuf gara kaayyoo sanaatti nan fiiga. Sien die hoofstuk |