ፊልጵስዩስ 2:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ብፈ ነማ ኡፈቴ አርገሙዻንስ፣ ገድ ኦፍ ዴብሴ፤ ዱኣፍ ጄቹንስ ዱአ ፈኖ እራቲፍዩ ንአጀጀሜ! Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Inni gad of deebisee, hamma du'aatti, hamma fannifamee du'utti iyyuu abboomamaa ta'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Bifa namaa uffatee argamuudhaanis, gad of deebise; duʼaaf jechuunis duʼa fannoo irraatiif iyyuu ni ajajame! Sien die hoofstuk |