ፊልጵስዩስ 2:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ሰበቢንሳስ ወር ካን ሁንድ ኡቱ ፌዺ ዬሱስ ክርስቶሲፍ ህንተእን ፌዺ መታሳኒቲፍ ያዱቲ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Warri kaan hundinuu waan Yesus Kristositti tolu utuu hin ta'in, waan ofii isaaniitti toluuf in dhimmu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Sababiin isaas warri kaan hundi utuu fedhii Yesuus Kiristoosiif hin taʼin fedhii mataa isaaniitiif yaaduutii. Sien die hoofstuk |