ፊልጵስዩስ 2:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አን ነመ ብራ ከን አከሳ ዋኤኬሰን ገራ ቁልቁሉን ያዱ ቶኮሌ ህንቀቡ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Ani nama akka kootti garaa qulqulluudhaan waa'ee keessaniif yaadu isa malee hin qabu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Ani nama biraa kan akka isaa waaʼee keessan garaa qulqulluun yaadu tokko illee hin qabu. Sien die hoofstuk |