ፊልጵስዩስ 2:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 አኩመ ካዮሳ ጋሪ ሰናት ፌዹፊ ሆጄቹ እስን ኬሰት ከን ራወቱ ዋቃቲ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Waaqayyo akka akeeka isaa isa gaariitti hojjechuudhaaf fedha akka qabaattaniif, akka hojjettaniifis isin gidduutti in hojjeta*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 akkuma kaayyoo isaa gaarii sanaatti fedhuu fi hojjechuu isin keessatti kan raawwatu Waaqaatii. Sien die hoofstuk |