ፊልጵስዩስ 1:28 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 እስን ዋኑመ ቶኮንሌ ሞርምቶተኬሰኒን ህንራፈምና። ኩን እሳኒፍ መለቶ በዲሳት፤ እስኒፍሞ መለቶ ፈይናት፤ ኩንስ ሆጂ ዋቃት። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Isin waanuma tokkoon illee warra isinitti ka'an sodaattanii hin raafaminaa! Jabaattanii dhaabachuun keessan Waaqayyo biraa isiniif kenname; kunis warri isinitti ka'an baduu isaanii, isin immoo fayyuu keessan in argisiisa*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Isin waanuma tokkoon illee mormitoota keessaniin hin raafaminaa. Kun isaaniif mallattoo badiisaa ti; isiniif immoo mallattoo fayyinaa ti; kunis hojii Waaqaa ti. Sien die hoofstuk |