ፊልጵስዩስ 1:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ኩንስ አን አመስ እስን ብረት አርገሙኮቲን ኦፍ ጀጁን እስን ክርስቶስ ዬሱስት ቀብደን ሰበቢኮቲን አከ ባይአቱፍ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Deebi'ee dhufee yommuu ani isin biratti argamu, isin karaa Kristos Yesus anaan of jajuudhaaf caalaa sababii in qabaattu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Kunis ani ammas isin biratti argamuu kootiin of jajuun isin Kiristoos Yesuusitti qabdan sababii kootiin akka baayʼatuuf. Sien die hoofstuk |