ፊልጵስዩስ 1:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 አን ያደ ከነ ለማን ግዱት ረረኤረ፤ አን ዴሜ ክርስቶስ ወጅን ጅራቹ ነንሀወ፤ ኩን ዋን ሁንደ ጫላቲ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Yaadni koo waan lama irratti wal rukuta; ani biyya lafaa kana dhiisee adeemuu, Kristos bira jiraachuus nan hawwa, kunis anaaf hundumaa irra caalaa in wayya ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Ani yaada kana lamaan gidduutti rarraʼeera; ani deemee Kiristoos wajjin jiraachuu nan hawwa; kun waan hunda caalaatii; Sien die hoofstuk |