ፊልጵስዩስ 1:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አን አኩመ ዬሮ ካኒ አመስ ጅሬኛንስ ተኡ ዮካን ዱኣን እጀ ጀብናን ዱበቹንኮ አከ ክርስቶስ ዸግነኮ ኬሰት ኡልፍነ አርገቱፍ መሌ ከራ ከሚንዩ አከ ህንቃኖፍኔፍ ባይእሴ ነንሀወ፤ ነንአብደዸስ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Karaa tokkoon illee akkan hin yeellaasifamnetti dhimmee nan eeggadha, nan abdadhas; jiraachuu kootiinis ta'e, du'uu kootiinis ta'e, kanaan dura akkuman gochaa ture, ammas guutummaa namummaa kootiin guddina Kristosiif hojjechuudhaaf ija jabina guutuun qaba*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Ani akkuma yeroo kaanii ammas jireenyaanis taʼu yookaan duʼaan ija jabinaan dubbachuun koo akka Kiristoos dhagna koo keessatti ulfina argatuuf malee karaa kamiin iyyuu akka hin qaanofneef baayʼisee nan hawwa; nan abdadhas. Sien die hoofstuk |