ፊልጵስዩስ 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከናንስ ክርስቶሲፍ ጄዼ ህዸሙንኮ ጉቱማ መሰራቲፊ ነሞተ ካን ሁንደ ብረት ቤከሜረ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Ani Kristosiif jedhee hidhamuun koo warra mana mootummaa warra Roomaa keessaa hundumaa, namoota warra kaan hundumaa birattis beekameera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kanaanis Kiristoosiif jedhee hidhamuun koo guutummaa masaraatii fi namoota kaan hunda biratti beekameera. Sien die hoofstuk |