Luqaas 7:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ኩንስ እሰ ዋኤንሳ አከነ ጄዸሜ በሬፈሜዸ፦ “ ‘ኩኖ፣ አን ኤርገማኮ እሰ ፉለኬ ዱራን ከራኬ ቆጴሱ፣ ፉለኬ ዱረ ነንኤርገ።’ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Caaffanni qulqullaa'aan waa'ee isa kanaatiif, ?Ilaa ergamaa koo karaa kee akka siif qopheessuuf si dura nan erga*? jedhee dubbateera. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Kunis isa waaʼeen isaa akkana jedhamee barreeffamee dha: “ ‘Kunoo, ani ergamaa koo isa fuula kee duraan karaa kee qopheessu, fuula kee dura nan erga.’ Sien die hoofstuk |