Luqaas 7:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ጉርባን ዱኤ ሱንስ ከኤ ታኤ ዱበቹ ጀልቀቤ፤ ዬሱስስ ዴብሴ ሃዸሳት እሰ ኬኔ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Achumaan inni du'ee ture ol jedhee taa'ee, dubbachuus jalqabe; Yesus akkasitti haadha isaatiif isa deebise*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Gurbaan duʼe sunis kaʼee taaʼee dubbachuu jalqabe; Yesuusis deebisee haadha isaatti isa kenne. Sien die hoofstuk |