Luqaas 6:45 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ45 ነምን ጋሪን ዋን ጋሪ ገራሳ ኬሰት ኩፈቴ ኬሳ ዋን ጋሪ ባሰ፤ ነምን ሀማንሞ ዋን ሀማ ገራሳ ኬሰት ኩፈቴ ኬሳ ዋን ሀማ ባሰ። ዋን ገራ ጉቴ አፋን ዱበታቲ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo45 Namni gaariin gaarummaa garaa isaa keessaa waan gaarii in baasa; namni hamaanis hammina garaa isaa keessaa waan hamaa in baasa. Namni waan garaa isaa keessa guute afaaniin in dubbata? jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa45 Namni gaariin waan gaarii garaa isaa keessatti kuufate keessaa waan gaarii baasa; namni hamaan immoo waan hamaa garaa isaa keessatti kuufate keessaa waan hamaa baasa. Waan garaa guute afaan dubbataatii. Sien die hoofstuk |