Luqaas 6:40 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ40 በረታን በርሲሳሳቲ ኦል ምት፤ ነምን ጉቱማን ጉቱት ሌንጅፈሜ ሁንድኑ ገሩ አከ በርሲሳሳ ንተአ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo40 Bartuun tokko barsiisaa isaa hin caalu; yoo ta'e illee guutummaatti erga barsiifamee, akka barsiisaa isaa ta'a*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa40 Barataan barsiisaa isaatii ol miti; namni guutumaan guutuutti leenjifame hundinuu garuu akka barsiisaa isaa ni taʼa. Sien die hoofstuk |