Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 6:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 እን መነ ዋቃ ሴኔ ቡዴነ ቁልቁሌፈሜ ከን ሉቦተ ቆፋፍ ኤየመሜ ፉዸቴ ኛቴ። ወረ እሰ ወጅን ጅረኒፍስ ኬኔ።”

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Innoo mana Waaqayyootti galee, buddeena ilaalchaa Waaqayyoof kan dhi'aate fudhatee nyaatee, namoota isaa wajjin turaniifis kenne; kun immoo luboota duwwaa irraa kan hafe warri kaan nyaachuun seeraan dhowwamee ture? jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Inni mana Waaqaa seenee buddeena qulqulleeffame kan luboota qofaaf eeyyamame fudhatee nyaate. Warra isa wajjin jiraniifis kenne.”

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 6:4

Volg ons:

Advertensies


Advertensies