Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 5:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ከናፉ አከ ምቾትንሳኒ ወር ብድሩ ካን ኬሰ ቱረን ዹፈኒ እሳን ገርጋረኒፍ መለቶን ዋመተን፤ እሳንስ ዹፈኒ ብድሩ ለቹ ቁርጡሚዻን ጉተን፤ ብድሩወን ሱንስ ልቅምፈሙ ጀልቀበን።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Hiriyoonni isaanii bidiruu biraa keessa kan turan dhufanii akka isaan gargaaraniif hawwatan; isaanis dhufaniifii, baay'ina qurxummiitiif liqimfamuu hamma ga'anitti, bidiroota lachuu qurxummiidhaan guutan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Kanaafuu akka michoonni isaanii warri bidiruu kaan keessa turan dhufanii isaan gargaaraniif mallattoon waammatan; isaanis dhufanii bidiruu lachuu qurxummiidhaan guutan; bidiruuwwan sunis liqimfamuu jalqaban.

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 5:7

Volg ons:

Advertensies


Advertensies