Luqaas 5:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ብድሩወን ለመ ኤዴደ ብሻንቻረት አርጌ፤ ቁርጡሚ ቀብዶትን ገሩ ኬሳ በአኒ ክዮሳኒ ሚጨቻ ቱረን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Bidiruu lama qarqara bishaanichaatti hidhamanii arge; qurxummi-qabduunis keessaa ba'anii kiyyoo isaanii in dhiqu turan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 bidiruuwwan lama ededa bishaanichaa irratti arge; qurxummii qabdoonni garuu keessaa baʼanii kiyyoo isaanii miicachaa turan. Sien die hoofstuk |