Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 4:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ዲያብሎስስ ዬሩሳሌምት እሰ ጌሴ፣ ፊጤ መነ ቁልቁሉማረ ዻበቺሴ። አከነስ ጄዼን፤ “አት ዮ እልመ ዋቃ ታቴ፣ አሲ ገድ ኦፍ ደርበዹ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Seexanichi ammoo Yerusaalemitti isa geessee, fittee guutuu mana qulqullummaa irra isa dhaabachiisee, ?Dhugumaan ilma Waaqayyoo yoo taate as irraa gad of darbadhu!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Diiyaabiloosis Yerusaalemitti isa geessee, fiixee mana qulqullummaa irra dhaabachiise. Akkanas jedheen; “Ati yoo Ilma Waaqaa taate, asii gad of darbadhu.

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 4:9

Volg ons:

Advertensies


Advertensies