Luqaas 4:43 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ43 እን ገሩ፣ “አን መጋላወን ካንትስ ወንጌለ ሞቱማ ዋቃ ለለቡን ቀበ፤ ሰበቢን አን ኤርገሜፍስ ከኑመ” ጄዼ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo43 Inni garuu, ?Misraachoo mootummaa Waaqayyoo mandaroota warra kaanittis lallabuun ana irra jira, kanaaf anuu ergame? isaaniin jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa43 Inni garuu, “Ani magaalaawwan kaanittis wangeela mootummaa Waaqaa lallabuun qaba; sababiin ani ergameefis kanuma” jedhe. Sien die hoofstuk |