Luqaas 4:32 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 እሳንስ ዋን ዱቢንሳ ታይታ ቀቡፍ በርሲሰሳ ንድንቅሲፈተን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 Waan inni dubbate aboodhaan waan tureef, barsiisa isaatiin garaan isaanii in rukutame*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 Isaanis waan dubbiin isaa taayitaa qabuuf barsiisa isaa ni dinqisiifatan. Sien die hoofstuk |