Luqaas 4:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አችትስ ጉያ አፉርተመ ዲያብሎሲን ቆረሜ። እንስ ጉዮተ ሰነ ኬሰ ሆማ ህንኛትኔ፤ ዹመረትስ ንቤለኤ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Seexanaanis qoramaa ture. Guyyaa sana hundaa homaa iyyuu hin nyaanne; dhuma guyyoota sanaattis in beela'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 achittis guyyaa afurtama diiyaabiloosiin qorame. Innis guyyoota sana keessa homaa hin nyaanne; dhuma irrattis ni beelaʼe. Sien die hoofstuk |