Luqaas 4:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዲያብሎስሞ ኤርገ ቆሩምሰ ከነ ሁንደ ራወቴ ቦዴ ሀመ ዬሮ ምጃኣ አርገቱት እሰ ዺሴ ዴሜ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Seexanichi immoo Yesusin karaa garaa garaatiin erga qoree, hamma yerootti isa biraa sokke*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Diiyaabiloos immoo erga qorumsa kana hunda raawwatee booddee hamma yeroo mijaaʼaa argatutti isa dhiisee deeme. Sien die hoofstuk |