Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 3:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ቆቶን አመዩ ህደ ሙኬኒረ ካአሜረ፤ ሙክት እጀ ጋሪ ህንነቀትኔ ሁንድኑስ ሙረሜ እብደት ደርበተመ።”

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Ammuma iyyuu qottoon hidda muka hundumaa irra kaa'amee jira; mukti ija gaarii hin godhanne hundinuu muramee ibiddatti in naqama? jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Qottoon amma iyyuu hidda mukkeenii irra kaaʼameera; mukti ija gaarii hin naqanne hundinuus muramee ibiddatti darbatama.”

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 3:9

Volg ons:

Advertensies


Advertensies