Luqaas 3:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዬሮ ሰነ ሃናፊ ቀያፋን ሉቦተ ኦል ኣንቶተ ቱረን። ዱቢን ዋቃ ገሞጂ ኬሰት ገረ ዮሀንስ እልመ ዘካርያስ ዹፌ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Haannaasii fi Qayyaafaan angafoota lubootaa turan; bara sanatti Yohannis ilmi Zakaariyaas lafa onaa keessa utuu jiruu, sagaleen Waaqayyo isa bira ga'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 yeroo sana Haannaasii fi Qayyaaffaan luboota ol aantota turan. Dubbiin Waaqaa gammoojjii keessatti gara Yohannis ilma Zakkaariyaas dhufe. Sien die hoofstuk |