Luqaas 3:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 እንስ ኦብዲሳ ቁልቁሌሴ ጎምብሳሳት ቀመዲ ገልፈቹዻፍ አፈርሳንሳ ሀርከሳ ጅረ፤ ሀበቂ ገሩ እብደ ህንዻምኔን ጉበ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Oobdii isaa keessatti midhaan kan ittiin qulleessu hafarsaa of harkaa qaba; midhaan isa qulleeffames gombisaa isaatti in sassaaba; habaqii isaa garuu ibidda hin dhaamneen in guba? jedhee barsiise. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Innis oobdii isaa qulqulleessee gombisaa isaatti qamadii galfachuudhaaf afarsaan isaa harka isaa jira; habaqii garuu ibidda hin dhaamneen guba.” Sien die hoofstuk |