Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 3:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ሎልቶትንስ አከሱመ፣ “ኑሞ ማል ሃጎኑሬ?” ጄዸኒ እሰ ጋፈተን። እንስ፣ “ሁምናን ነመራ ማለቀ ህንፉዸትና፤ ሶባን ነመ ህንህመትና፤ ምንዳንኬሰን እስን ሃገኡ” ጄዼን።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Warri loltuunis, ?Nu immoo maal goonu ree?? jedhanii gaafatan; inni immoo, ?Giddisiiftanii horii nama tokko irraa illee hin fudhatinaa; sobaanis nama tokko iyyuu gara abbaa firdiitti hin geessinaa; qalabni keessan inni isin fudhattan isin haa ga'u!? jedheen.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Loltoonnis akkasuma, “Nu immoo maal haa goonu ree?” jedhanii isa gaafatan. Innis, “Humnaan nama irraa maallaqa hin fudhatinaa; sobaan nama hin himatinaa; mindaan keessan isin haa gaʼu” jedheen.

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 3:14

Volg ons:

Advertensies


Advertensies