Luqaas 3:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ቀረጦትን ጩጰሙ ዹፈኒ፣ “ያ በርሲሳ፣ ኑ ሆ ማል ሃጎኑ?” ጄዸኒ እሰ ጋፈተን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Warri qaraxa fuudhan immoo cuuphamuudhaaf dhufanii, ?Yaa barsiisaa, nu'oo maal goonu?? ittiin jennaan*, Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Qaraxxoonni cuuphamuu dhufanii, “Yaa barsiisaa, nu hoo maal haa goonu?” jedhanii isa gaafatan. Sien die hoofstuk |