Luqaas 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኤርገማን ጎፍታ እሳንት ሙልአቴ፤ ኡልፍን ጎፍታስ ናኖሳኒት እብሴ፤ እሳንስ አከ መሌ ሶዳተን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Ergamaan Waaqayyoo dingata isaan dura dhaabatee, ifni surraa gooftichaas naannoo isaaniitti ibse; kana irratti isaan na'anii, guddaa sodaatan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Ergamaan Gooftaa isaanitti mulʼate; ulfinni Gooftaas naannoo isaaniitti ibse; isaanis akka malee sodaatan. Sien die hoofstuk |