Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 2:48 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

48 አባፊ ሃትሳስ ዮሙ እሰ አርገንት ንራጄፈተን። ሃትሳስ፣ “ጉርባ፣ ማሊፍ አከነ ኑ ጎቴ? ኩኖ፣ አኒፊ አባንኬ ያዶ ጉዳዻን ስበርባዳ ቱሬ!” ጄቴን።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

48 Abbaan isaa fi haati isaa achitti yommuu isa argan in rifatan; haati isaa yommus, ?Yaa ilma ko, maaliif akkana nu goote? Kunoo abbaan kee anis baay'ee yaaddofne si barbaadaa turre? jetteen.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

48 Abbaa fi haati isaas yommuu isa arganitti ni raajeffatan. Haati isaas, “Gurbaa, maaliif akkana nu goote? Kunoo, anii fi abbaan kee yaaddoo guddaadhaan si barbaadaa turree!” jetteen.

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 2:48

Volg ons:

Advertensies


Advertensies