Luqaas 2:32 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 እንስ ሙልአተ ነሞተ ኦርማቲፍ እፈ፤ ሰበኬ እስራኤሊፍሞ ኡልፍነ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 innis ifa; warra saba Waaqayyoo hin ta'initti akka mul'atuuf, saba kee Israa'eliifis ulfina akka ta'uuf? jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 innis mulʼata Namoota Ormaatiif ifa; saba kee Israaʼeliif immoo ulfina.” Sien die hoofstuk |