Luqaas 2:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 አከ ሴረ ሙሴት ዬሮን ቁልቁላኡማሳኒ ጌኛን ዮሴፊፊ ማርያም ዳእመ ሰነ ጎፍታ ዱረት ዽኤሱፍ ጄዸኒ እሰ ፉዸተኒ ዬሩሳሌምት ኦል በአን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Akka seera Museen abboometti yeroon qullaa'ummaa isaanii geenyaan, Waaqayyo gooftaa duratti isa dhi'eessuudhaaf, mucicha gara Yerusaalemitti fidan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Akka Seera Museetti yeroon qulqullaaʼummaa isaanii geenyaan Yoosefii fi Maariyaam daaʼima sana Gooftaa duratti dhiʼeessuuf jedhanii isa fudhatanii Yerusaalemitti ol baʼan. Sien die hoofstuk |