Luqaas 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዘካርያስስ ደበሬን ገሬሳ ጌኛን ኡቱ ፉለ ዋቃ ዱረት ተጃጅለ ሉቡማሳ ኬና ጅሩ፣ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Darabeen balbala isaatii geenyaanis, gaaf tokko Zakaariyaas warra kaanii wajjin fuula Waaqayyoo duratti hojii lubummaa isaa hojjechuudhaaf dhi'aate. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Zakkaariyaasis dabareen garee isaa geenyaan utuu fuula Waaqaa duratti tajaajila lubummaa isaa kennaa jiruu, Sien die hoofstuk |