Luqaas 1:79 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ79 ወረ ዱከነ ኬሰ፣ ጋድዱ ዱኣ ጀለ ጅረኒፍ አከ እፈ ኬኑፍ፤ ሚለኬኘስ ከራ ነጋረ ዴምስሱፍ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo79 warra dukkanaa fi gaaddisa du'aa keessatti argamanitti mul'achuudhaaf, miilla keenyas daandii nagaa irra geggeessuudhaaf? jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa79 warra dukkana keessa, gaaddidduu duʼaa jala jiraniif akka ifa kennuuf; miilla keenyas karaa nagaa irra deemsisuuf.” Sien die hoofstuk |