Luqaas 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ከናፉ ያ ቴዎፍሎስ ከበጀማ፣ አንስ ጀልቀቡማ ካሴ ዋን ሁንዱማ ስሪት ኤርገን ቆረዼ ቦዴ ሴና ሰነ ወል ዱራ ዱባን ሲፍ በሬሱን ዋን ጋሪ ነት ፈካቴረ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Anis immoo dubbii kana jalqaba isaatii jalqabee, keessa lixee qoraa waanan tureef, tarreetti galchee siif caafuun gaarii fakkaatee anatti mul'ate*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Kanaafuu yaa Tewofilos kabajamaa, anis jalqabumaa kaasee waan hundumaa sirriitti ergan qoradhee booddee seenaa sana wal duraa duubaan siif barreessuun waan gaarii natti fakkaateera. Sien die hoofstuk |