Haagee 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ አከነ ጄዸ፦ “ሰብን ኩን፣ ‘ዬሮን እት መን ዋቀዮ እጃረሙ አመሌ ህንጌኜ’ ጄዸ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo gooftaan maccaa,<<Sabni kun, <Yeroon manni qulqullummaa Waaqayyoof itti ijaaramu hin geenye> in jedhu>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha: “Sabni kun, ‘Yeroon itti manni Waaqayyoo ijaaramu amma illee hin geenye’ jedha.” Sien die hoofstuk |