Efesoon 6:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ያ አቦቲ፣ እስንስ እጆሌኬሰን በርሲሳፊ ጎርሰ ጎፍታቲን ጉድሳ መሌ ህንኣርስና። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Isin immoo abboota nana! Adabaa fi barsiisa gooftaatiin ijoollee keessan guddisaa malee, isaan aarsuudhaaf isaan hin tuttuqinaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yaa abbootii, isinis ijoollee keessan barsiisaa fi gorsa Gooftaatiin guddisaa malee hin aarsinaa. Sien die hoofstuk |