Efesoon 6:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ዮሙን አፋን ሳቀዹ ሁንደ እጀ ጀብናን እጪቲ ወንጌላ አከን ቤክስሱፍ ዱቢን አከ ናፍ ኬነሙ አናፍስ ከዸዻ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Ani immoo dhoksaa wangeelaa ija jabinaan beeksisuudhaaf yommuun afaan saaqadhu, dubbiin akka anaaf kennamutti, anaaf kadhadhaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Yommuun afaan saaqqadhu hunda ija jabinaan icciitii wangeelaa akkan beeksisuuf dubbiin akka naa kennamu anaafis kadhadhaa; Sien die hoofstuk |