Efesoon 5:31 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 “ሰበቢ ከናፍ ነምን አባፊ ሃዸሳ ዺሴ ኒቲሳት ንመጠነ፤ ለማንሳኒዩ ፎን ቶኮ ንተኡ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Caaffanni qulqullaa'aan, ?Sababii kanaaf dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa, haadha manaa isaattis in maxxana; isaan lachanuus foon tokko in ta'u? in jedha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 “Sababii kanaaf namni abbaa fi haadha isaa dhiisee niitii isaatti ni maxxana; lamaan isaanii iyyuu foon tokko ni taʼu.” Sien die hoofstuk |