Efesoon 5:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አኩመ ክርስቶስ ኑ ጃለቴ ኑፍስ ጄዼ አከ ኣርሳፊ ቀልመ ኡርጋኡት ዋቃፍ ኦፍ ኬኔ ሰነ እስንስ ጃለላን ዴዴብኣ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Kristos akkuma nu jaallate, isinis immoo jaalalatti jiraadhaa! Inni aarsaa fooliin isaa tolu, qalma Waaqayyoof dhi'aatus godhee nuuf jedhee dabarsee of kenneera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 akkuma Kiristoos nu jaallatee nuufis jedhee akka aarsaa fi qalma urgaaʼuutti Waaqaaf of kenne sana isinis jaalalaan deddeebiʼaa. Sien die hoofstuk |