Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Efesoon 5:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ፋርፈትናዻን፣ ዌዱ ገለታቲፊ ፋርፈትና ሀፉራቲን ወል ጀላ ቀባ። ገራኬሰን ኬሰት ጎፍታፍ ፋርፈዻቲ ሙዚቃ ዸጌስሳ፤

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata gooftaa dhageessisaa*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 faarfannaadhaan, weedduu galataatii fi faarfannaa Hafuuraatiin wal jalaa qabaa. Garaa keessan keessatti Gooftaaf faarfadhaatii muuziiqaa dhageessisaa;

Sien die hoofstuk Kopieer




Efesoon 5:19

Volg ons:

Advertensies


Advertensies