Efesoon 4:32 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 አኩመ ዋቅን ከራ ክርስቶሲን ዺፈመ እስኒ ጎዼ ሰነ፣ እስንስ ዺፈመ ወሊ ጎዻ፤ ወሊ ነኣ፤ ገራስ ወሊ ላፋ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 Walitti kan toltan, garaas kan waliif laaftan ta'aa; akkuma Waaqayyo karaa Kristos cubbuu keessan isiniif dhiise, isinis akkasuma waliif dhiisaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 Akkuma Waaqni karaa Kiristoosiin dhiifama isinii godhe sana, isinis dhiifama walii godhaa; walii naʼaa; garaas walii laafaa. Sien die hoofstuk |