Efesoon 4:28 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 ነምን ከናን ዱረ ሀታ ቱሬ ስአች ህንሀትን፤ ቆደ ከና አከ ወረ ረከተን ገርጋሩ ደንደኡፍ ሀርኩመ ኦፊሳቲን ዋን ፋይዳ ቀቡ ሃሆጄቱ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Inni hatu deebi'ee hin hatin, warra dhaban gargaaruu akka danda'utti hojii waa'ee baasu harka isaatiin itti dadhabee haa hojjetu malee*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Namni kanaan dura hataa ture siʼachi hin hatin; qooda kanaa akka warra rakkatan gargaaruu dandaʼuuf harkuma ofii isaatiin waan faayidaa qabu haa hojjetu. Sien die hoofstuk |