Efesoon 4:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ጉቱማን ጉቱት ገድ ኦፍ ቀባ፤ ገራሞተ ተኣ፤ ኦብሰ ቀባዻ፤ ጃለላንስ ወል ደንደኣ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Gad of deebisuu fi garraamummaa hundumaan, obsaanis walii wajjin jiraadhaa, jaalalaanis waliif danda'aa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Guutumaan guutuutti gad of qabaa; garraamota taʼaa; obsa qabaadhaa; jaalalaanis wal dandaʼaa. Sien die hoofstuk |