Efesoon 4:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 እሳንስ ዋን ቀልቢንሳኒ ሀዶዴፍ ሀመ ጡራኡማ ጎሰ ሁንዳ ኬሰ ገለንት ሰሰቱማን ጉተመን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Isaan of qabuu dadhabanii jireenya gad-dhiisiitti of kennaniiru; wanta nama xureessu hundumaa in hojjetu, in ga'as hin jedhan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Isaanis waan qalbiin isaanii hadoodeef hamma xuraaʼummaa gosa hundaa keessa galanitti sassattummaan guutaman. Sien die hoofstuk |