Efesoon 4:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ቆደ ከና ጃለላን ዹጋ ዱበቻ ገረ እሰ መታ ተኤ ሰናት ዋን ሁንዳን ንጉደትነ፤ እንስ ክርስቶስ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Kanaa mannaa jaalalaan dubbii dhugaa dubbachaa, kottaa karaa hundumaan gara isa mataa nuuf ta'ee, gara Kristositti in guddanna*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Qooda kanaa jaalalaan dhugaa dubbachaa gara isa mataa taʼe sanaatti waan hundaan ni guddanna; innis Kiristoos. Sien die hoofstuk |