Efesoon 3:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 አከ ክርስቶስስ ከራ አመንቲቲን ገራኬሰን ኬሰ ጅራቱፍ ነንከዸዸ። አከ እስን ህደ ገድ ፈጌፈተኒ ጃለላን ዻበተኒፍስ ነንከዸዸ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Kristos amantiidhaan garaa keessan keessa akka buufatuuf, jaalalattis hiddaa fi hundee akka godhattaniif kadhata koo ti*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 akka Kiristoosis karaa amantiitiin garaa keessan keessa jiraatuuf nan kadhadha. Akka isin hidda gad fageeffattanii jaalalaan dhaabattaniifis nan kadhadha; Sien die hoofstuk |