Efesoon 3:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከናፉ ሰበቢ አን እስኒፍ ዽጰቻ ጅሩፍ ጄተኒ አከ አብዲ ህንኩተትኔ እስን ከዸዸ፤ ዽጰቹንኮ ኡልፍኑመኬሰን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Egaa rakkinni koo isiniif ulfina waan ta'eef, isa ani isiniif rakkachaa jiruuf akka abdii hin kutanneef isinan kadhadha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kanaafuu sababii ani isiniif dhiphachaa jiruuf jettanii akka abdii hin kutanne isin kadhadha; dhiphachuun koo ulfinuma keessan. Sien die hoofstuk |